Burquu dadhabuu.. maal agarsiisa?
Namoonni tokko tokko burquu dadhabuutiin rakkatu, kun maal agarsiisa?
Gaaffii kanaaf deebii kennuudhaaf Dr. Alexander Mainka akka jedhanitti, burp gochuu dadhabuun waan "Retrograde Cricopharyngeal Dysfunction" jedhamu kan agarsiisu yoo ta'u, kunis malfunction maashaalee ujummoo nyaataa gubbaa keessatti uumamudha.
Dhiita’uu fi garaa kaasaa
Hakiimni olaanaa Kilinika Odiology fi Speech Pathology Hospitaala Charité magaalaa guddoo Jarman Barliin keessatti argamutti akka ibsanitti, burquu dadhabuu malees, mallattoon dhukkuba kanaa, gabaabumatti "R-CPD" jedhamuun kan beekamu, garaa keessaa dhiita'uu, . miira fayyaa dhabuu, garaa kaasaa fi dhukkubbiin garaa keessattuu erga nyaatanii booda.
Follow Us